1 Corinthians 2:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani dadhabaa te'ee, soda'aan akka malee rorommaa gara keessan dhufe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi gaafa anini gara keesani d'ufe, lalaafe sodaani holad'e;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf anin gaafa gara keessan dhufe, lalaafee sodaan holladhee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara keessan dhufe dadhabbi'ii fi soda'aan akkasuma holluu gudda'aan ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Anillee dadhabi'ii fi soda'aan holluu gudda'aan isin bira ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf isin woliin yeroo turetti dadhabaa ta'ee soda'aa fi hollata baayi'ee irra ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dadhabaa te'ee, soda'aan akka malee rorommaa gara keessan dhufe.