1 Corinthians 2:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Teetuu malee worra ayyaanaan bilchaateef jecha qarumma'aatiin barsiinna. Qarummaan tun ammoo ta biyya lafaa yookiin muummee irratti ta badu qarummaa bulchitoota lafa tanaatii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worra aka dansa waan lubbu barateti anini qalbiini dubbad'a. Ammo qaroomi sunini ka lafa tanaatiiniti, yokhaani ka jabeenna lafa tana fiduniti — ka hobau jiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo warra akka dansaa waan hafuuraa baraateetti anin qaroomaan dubbadha; qaroomii sunin ammoo ka lafa tanaatiiniti, yokaan ka jabeenna lafa tana fiduu ka hobba'uutti jiruuniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra bilchaatan wodhakka'atti ammo ogummaa dubbanna; haa ta'uu ammo, Ogummaa worra adunyaa tanaati miti. Ogummaa adunyaa tanaa ta diiggamtu ta akka ogummaa bulchoota saniitii miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra bilchaatan wodhakka'atti ammoo ogummaa dubbanna, haata'uu ammoo, Ogummaa worra adunyaa tanaa ti miti. Ogummaa adunyaa tanaa ta diiggamtu ta akka ogummaa bulchoota saniitii miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu jireenna hafuuraatiin worra bilchaataniif dubbii ogumma'aa ni dubbanna, haa ta'u malee ka dubbannu ogummaa biyya lafa tanaa yookiin badii muumme'ee titti ka ta'u, ogummaa beekittota biyya lafa tanaatii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Teetuu malee worra ayyaanaan bilchaateef jecha qarumma'aatiin barsiinna. Qarummaan tun ammoo ta biyya lafaa yookiin muummee irratti ta badu qarummaa bulchitoota lafa tanaatii moti.