1 Corinthians 2:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti ammoo biyyi lafaa adoo hin dadamin duratti ulfinna keennaaf qarummaa Waaqi qopheessee fi dhossaa isi'ii ta dhokattee turte dubbanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaroomi anini dubbad'u qarooma Waaqa ka nama d'ossani, ka Waaqi qara guddinna keennaafi fohate, ato lafti inuumamiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qaroomii anin dubbadhu qarooma Waaqaa ka nama dhossan; ka Waaqii qaraa guddinna keennaaf, adoo laftii hinuumamiin foohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo Rabbi firrisa barootaan duratti ulfinna keennaaf waan murteesse, ka dhokatee ture dhossaa ogummaa Rabbii dubbanna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo Rabbi firrisa barootaan duratti ulfinna keennaaf waan murteesse, ka dhokatee ture dhossaa ogummaa Rabbii dubbanna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u ka dubbannu garuu Waaqinni durssee barootaan duranatti, ulfinna keennaaf ka qopheessee fi dhokatee'llee ka ture, dhokissaa ogummaa Waaqaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti ammoo biyyi lafaa adoo hin dadamin duratti ulfinna keennaaf qarummaa Waaqi qopheessee fi dhossaa isi'ii ta dhokattee turte dubbanna.