1 Corinthians 3:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami hundee tana irratti worqi'iin, meeti'iin, dhakaa gatii guddo'ootiin, mukaan, buuyyo'oon yookiin huuraan ka ijaaru yoo jiraate,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gari worqiini ijaara, ka gari qarsi, ka gari d'akha gati guddo qabu, ka gari mukha, ka gari buuyofi aalaani ijaara.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii garii warqiin jaara, ka garrii beesee, ka garii dhakaa gatii guddootiin, ka garii mukaa, ka garii buuyyoo fi aalaan jaara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee ammo hundee kana irratti worqi'iin yoo ta'e birri'iin, dhagaa gatii gudda'aatiin, mukaan, margaa fi maqa'aan yoo ijaare, hujiin maruu attam akka ta'e ifa baya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee ammoo hundee kana irratti worqi'iin yoo ta'e birri'iin, dhagaa gatii gudda'aatiin, mukaan, margaa fi maqa'aan yoo ijaare, hujiin maruu attam akka ta'e ifa baya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hunddee kana irratti worqqi'iin yookiin meetaan, dhagaa gatii gudda'aatiin, jaalatama'aan, mukiin mukaan, margaan yookiin ibbiqiin ka ijaaru yoo jiraate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hundee tana irratti worqi'iin, meeti'iin, dhakaa gatii guddo'ootiin, mukaan, buuyyo'oon yookiin huuraan ka ijaaru yoo jiraate,