1 Corinthians 3:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami galma Waaqaa yoo diige, Waaqi isa hin diiga. Sababille galmi Waaqaa woyyicha, galmi kunille isinuma.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi nama Mana Waaqa balleesu, Waaqileeni imballeesa. Wonti akanatiifi mani Waaqa qulqullo, isanileeni mana isaa suni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf nama Mana Waaqaa balleessu, Waaqiilleen in balleessa. Wantii akkanaatiif manii Waaqaa qulqulloo, isanilleen mana isaa sun.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee yoo mana woyyuu Rabbii diige, Rabbi isa diiga. Manni Rabbii woyyuu waan ta'eef, inni sunillee isin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee mana woyyuu Rabbii yoo diige, Rabbi isa diiga. Manni Rabbii woyyuu waan ta'eef, inni sunillee isin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa naminni Mana Waaqeffanna'aa ka Waaqaa yoo diige Waaqinni isa ni diigaan, Manni Waaqeffanna'aa ka Waaqaa Qulqullu'u, Manni Waaqeffanna'aa kun isin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami galma Waaqaa yoo diige, Waaqi isa hin diiga. Sababille galmi Waaqaa woyyicha, galmi kunille isinuma.