1 Corinthians 3:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Qarummaan biyya lafa tanaa fuula Waaqaa duratti gowwumma'a. kunille Barreeffam Woyyichi, “Waaqi qaroolee qarummaa isaaniitiinuu isaan qaba” jedha;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi wonti nami lafa qarooma sehu fuula Waaqa durati woma imbaatu. Akuma t'aafiini jettu, Waaqi nama qaro qarooma isaa keesati t'urura keesa kaya.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif wantii namii lafaa qarooma seehuu, fuula Waaqaa duraatti homaa hinbaatu. Barreessiin qulqulloon, “Waaqii nama qaroo qarooma isaa keessatti xururaa keessa kaaya” jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogummaan adunyaa tanaa Rabbiin afo'otti gowwummaa waan taateef, «Inni Ogeeyyii dhara isaaniitiin waan qabuuf»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ogummaan adunyaa tanaa Rabbiin afo'otti gowwummaa waan taateef, «Inni Ogeessoota dhara isaaniitiin waan qabuuf» akkasuma, «Gooftaan yaada ogeeyyi'ii duwwaa akka ta'e hin beeka» jedhamee waan barreeffameeruuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ogummaan biyya lafa tanaa Waaqa duranatti gowwumma'a, kun'llee, «Waaqinni ogeessota daba isaaniitiin isaan ni qaba» jedhamee, akkuma barreeffame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarummaan biyya lafa tanaa fuula Waaqaa duratti gowwumma'a. Kunille Barreeffam Woyyichi, «Waaqi qaroolee qarummaa isaaniitiinuu isaan qaba» jedha;