1 Corinthians 3:20 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barreeffam Woyyichi dhibiille, “Goottaan yaadi worra qaroolee ka woyi hin baane akka te'e hin beeka” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
T'aafiini d'ibileeni waan jettu, Aabbooni aka heregi worra qaro woma imbaane imbeekha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Barreessin dhibiilleen, “Aabboon akka herreegii warraa qaroo homaa hinbaanee inbeeka” jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkasuma, «Gooftaan yaada ogeeyyi'ii duwwaa akka ta'e hin beeka» jedhamee waan barreeffameeruuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana, «Gooftaan yaanni ogeessotaa tasa ta'uu ni beeka» ka jedhu, barreeffamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barreeffam Woyyichi dhibiille, «Goottaan yaadi worra qaroolee ka woy hin baane akka te'e hin beeka» jedha.