1 Corinthians 3:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin keessaa tokko, “Ani ka Phawuloosii ti;” ka dhibiille, “Ani ka Apholoosii ti” yennaa jedhu, isin akka worra biyya lafaa te'uu keessanii motii ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami toko, Anini goli Pauloti jed'u, ka d'ibiini, Anini goli Apoloti jed'u, wonti kunini aka isani nama lafa agarsiiftiyu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo namii tokko, “Anin golii phaawuloos” jedhee, ka dhibiin, ammoo “Anin golii Apholos” jedhee, wantii kunin akka isan nama lafaa agarsiiftiiyyuu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tokko, «Ani ka Phaawuloosiiti» kuun, «Ani ka Aphiloosiiti» yoo jedhe, isin akka nama yaada foonii callaa yaadu ta'uu keessanii mii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Tokko, «Ani ka Phaawuloosiiti» kuun, «Ani ka Aphiloosiiti» yoo jedhe, isin akka nama yaada foonii callaa yaadu ta'uu keessanii mii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tokko, «Ani ka Phaawulosiiti» kuun ammoo, «Ani ka Apholosiiti» yoo jedhu, isin akka nama akkanumaan jiruu ka biyya lafaa ta'uu keessan mitii ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin keessaa tokko, «Ani ka Phawuloosii ti;» ka dhibiille, «Ani ka Apholoosii ti» yennaa jedhu, isin akka worra biyya lafaa te'uu keessanii motii ree?