1 Corinthians 3:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf Waaqa isa guddise malee, ka dhaabe yookiin ka bisaan obaase womaayyuu moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami oobrufi ka bisaani iti naquleeni woma keesa injiru. Waaqi woi keesa jira, waan inni mid'aani baasuufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqaa midhaan baasu sun malee, namii oobruu fi ka bisaan obaasuulleen homaa keessa hinjiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa ka guddisu Rabbi malee, ka dhaabu yookaan ka obaasullee womaa miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa ka guddisu Rabbi malee, ka dhaabu yookiin ka obaasullee womaa miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf huji'iif ijoo ka ta'e Waaqa biqilttuu guddise malee, ka dhaabe ta'ee ka bishaan obaase'llee womaa miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Waaqa isa guddise malee, ka dhaabe yookiin ka bisaan obaase womaayyuu moti.