1 Corinthians 3:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka dhaabee fi ka bisaan obaase wol qixa. Namuu akkuma hujii ifiititti gatii ifii fudhata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami oobrufi ka bisaani iti naqu waan taka; Waaqi nama ch'ufayu huji inni tolche gula wo kennaafi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii oobruu fi ka bisaan obaasu waan takkaa; Waaqii nama cufaa hujii innii hojjate gula wa kennaaf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka dhaabuu fi ka obaasu tokkoma. Haa ta'uu ammo martinuu akka dadhabbii ufiititti mindaa ufii fudhata. Isin maasaa Rabbiiti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka dhaabuu fi ka obaasu tokkoma. Haata'uu ammoo, martinuu akka dadhabbii ufiititti mindaa ufii fudhata. Isin maasaa Rabbiiti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka dhaabe'llee ta'ee ka bishaan obaase'llee wol qixa, tokkoon tokkoon isaanii'llee akka hujii isaatiin gatii isaa ni fudhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka dhaabee fi ka bisaan obaase wol qixa. Namuu akkuma hujii ifiititti gatii ifii fudhata.