1 Corinthians 4:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Haga ammaan tanaalle nuuti beelotaa, dheebotaa, daaraa, dikamaa, mana dhannee rakkataa,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammumatanale nu beelaa d'eebu qamna; daarale inqamna; nu d'aanani; fulla ch'ufa yayaane,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammumaatanaallee nu beelaa dheebuu qamna; daaraallee inqamna; nu dhanaan, fulaa bultii hinqamnuu hujii olii gadi yayaana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga sa'aatii kanaa hin beelofna, hin dheebonna, hin daarra, gad qabamna, hin xaarra
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga sa'aatii kanaa hin beelofna, hin dheebonna, hin daarra, gad qabamna, hin xaarra
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma'llee yoo ta'e haga saa'aatii kanaa titti ni beelofnna, ni dheebonna, ni daarrale'e, ni dhaanaminna, mana itti gallu'llee dhabu'uun asii fi achi ni xaarra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga ammaan tanaalle nuuti beelotaa, dheebotaa, daaraa, dikamaa, mana dhannee rakkataa,