1 Corinthians 4:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
harka keennaan hujaa dadhabaarra. Yennaa nu abaaranu, nuuti hin eebbinna; yennaa nu miidhanu, nuuti hin ossina;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
huji hojanna aka ufi bulchinu. Nama nu abaaru nu ineebimna; hojja nu gaargalchani nu inoobsina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Harka keennaan hojjannee indadhamana, nama nu abaaru in eebbimna; yo nu gaargalchan inoobsina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harka keennaan hujja'aa dadhabna, yoo nu arrabsan hin eebbifna, yoo nu ari'an hin obsina,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Harka keennaan hujja'aa dadhabna, yoo nu arrabsan hin eebbifna, yoo nu ari'an hin obsina,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Harkuma keennaan hojjata'aa ni dadhabnna, yoo nu abaaran ni eebbifnna, yoo nu ari'atan ni obissina.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
harka keennaan hujaa dadhabaarra. Yennaa nu abaaranu, nuuti hin eebbinna; yennaa nu miidhanu, nuuti hin ossina;