1 Corinthians 4:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
yennaa nu arrassanu, nuuti waan dansaa deebinnaaf. Haga ammaan tanaalle nuuti kosi'ii fi caffaa biyya lafa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nu arabsani afaani dansa dubbanna. Nu huura lafa tana fakaanna; nu t'uri lafaati, haga arrale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo nu arrabsaniillee afaan dansaa dubbanna. Nu huura lafa tanaa fakkaanna; haga ardhaallee nu xurii lafaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo hamaa nutti dubbatan Rabbiin isaanii kadhanna. Haga ammaa fishaa adunya'aatii fi xurii lafa tanaa taaneerra.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hamaa yoo nutti dubbatan Rabbiin isaanii kadhana. Haga ammaa fishaa adunya'aatiif xurii lafa tanaa taaneerra.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yoo nu arrabsanii fi maqaa keenna'llee yoo balleessan, mataa gad qabataan isaaniif ni deebifnna, haga ammaa titti waan kufa'aa fi haramaa arddi'ii taanee jirra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yennaa nu arrassanu, nuuti waan dansaa deebinnaaf. Haga ammaan tanaalle nuuti kosi'ii fi caffaa biyya lafa ti.