1 Corinthians 4:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin keessaa gariin waan ani dhufee isin dhaggaa hin jirre seyanee, guddoo kooraneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isaniini gari la ufi guddiftani, waan anini imaltu gara keesani d'ufu inseetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isaniin garii waan anin imaltuu gara keessan dhufu hinseetanii ya ufi guddiftan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gariin ammo akka waan ani gara keessan hin dhufnee isaanitti fakkaatee worri uf jajan hin jiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gariin ammoo akka waan ani gara keessan hin dhufnee isaanitti fakkaatee, worri uf jajan hin jiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu isin keessaa tokko tokko waan ani isin laalu'uuf hin dhufinne isaanitti fakkaatee, ufi tuulumma'aan guutamanii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin keessaa gariin waan ani dhufee isin dhaggaa hin jirre seyanee, guddoo kooraneeran.