1 Corinthians 4:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo fedha Waaqaa teete ammoo, ani dhiyoo tanattu gara keessan dhufee, worri koorameyyiin kun waan dubbatanu callaa adoo hin te'in hunna isaanille beekuu fedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo Aabbooni jed'e ammo, anini d'iotu fulla teesani d'ufa, gaafasi waan worri ufi guddisu kunini dandae tolchu ilaala, waan worri afaaniini jed'u ch'allaaniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo Aabboon jedhee ammoo, anin dhii'ootuu fulaa teessan dhufa, gaafas waan warrii ufi guddisu kunin danda'ee tolchu laala, waan warrii afaaniin jedhu callaaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo yoo Gooftaan jedhe dafee gara keessan dhufa. Hunna uf jajootaa hin beeka; dubbii isaanii calla'aa miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, Gooftaan yoo jedhe dafee gara keessan dhufa. Hunna uf jajootaa hin beeka dubbii isaanii calla'aa miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee fedha Goofta'aa yoo ta'e yeroo gabaaba'atti gara keessan ni dhufa, yeroo sanitti haasaya ufi tuulttota sanniinii qofa uduu hin ta'in, huminna isaanii'llee beekuu ni barbaada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo fedha Waaqaa teete ammoo, ani dhikoo tanattuu gara keessan dhufee, worri koorameeyyiin kun waan dubbatanu callaa adoo hin te'in hunna isaanille beekuu fedha.