1 Corinthians 4:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille Mootummaan Waaqaa waan dubbi'ii adoo hin te'in hunna Waaqaa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akasitiifi Finni Waaqa dubbi afaani ch'allaaniti, ammo ka jabeenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkasitiif mootummaan Waaqaa mootummaa jabeenna Waaqaa malee, mootummaa dubbii afaan callaan dubbataniinit.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jeennanni Rabbii hunnaan malee dubbii calla'aan waan hin taaneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jeennanni Rabbii hunnaan malee, dubbii calla'aan waan hin taaneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mootummaan Waaqaa haasayaa uduu hin ta'in, huminna Waaqaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille Mootummaan Waaqaa waan dubbi'ii adoo hin te'in hunna Waaqaa ti.