1 Corinthians 4:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin qaata waan barbaaddanu mara dhaggattane! Isin qaata duroontane! Nu'u malee isin qaata mootontane. Nuuti isin woliin akka mootonnu, adoo dhugumaan mootontane hin jaaladha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma waan feetani ch'ufa inqabdani! Isani amma dureeyi! Ya hayyoota taatani, ato nu hayyu tahu d'ibaannele! Anini sila guddo fed'a, yo isani d'uguma hayyoota taatani, aka nuleeni isani woliini hayyu taanu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma waan feetan cufaa inqabdan! Isan amma dureeyyi! adoo nu hayyuu tahu dhibaanneellee, isan amma ya hayyoota taatan; anin silaa yo isan dhuguma hayyooya taatan guddoo fedha, akka nulleen isan waliin hayyuu taanu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma quuftaniirtan; amma dureeyyii taataniirtan; nuun alatti mootii taataniirtan; nullee akkasuma isin woliin akka moonuuf uduu mootanii mishaa ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma quuftaniirtan, amma durreeyyii taataniirtan, nuun allatti mootii taataniirtan; nullee akkasuma isin woliin akka moonuuf uduu mootanii mishaa ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma garuu waan isin barbaachisu maraa argattanii jirttan, dureeyyii'llee taatanii jirttan, nu irraa fooyamittanii mootomttanii jirttan, dhugamaanuu mootomttanii uduu jiraattaniitii ammoo, nu'llee isin woliin waan mootomnnuuf mootomuun keessan mishaa ni ta'a ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin qaata waan barbaaddanu mara dhaggattane! Isin qaata duroontane! Nu'u malee isin qaata mootontane. Nuuti isin woliin akka mootonnu, adoo dhugumaan mootontane hin jaaladha.