1 Corinthians 5:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra tokkummaa wolde'a kiristaanaa keessa hin jiretti muriis hujii tiyyaa ree? Worra tokkummaa wolde'a kiristaanaa keessan keessa jirutti isin muruu hin dandeettanuu ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama ala wollaala iti muru himmalle. Waaqati worra qora. Ammo isani nama gumi teesani wollaala iti muru himmalle? Akuma t'aafiini jettu, Nama akana hama kana gumi teesani keesa baasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin nama alaa ka gumii kiristiyaanaa keessa hinjire wallaala itti muruu malee? Warra gumii kiristiyaanaa keessa hinjire Waaqatti itti mura; isan ammoo warra gumii teessan ta kiristiyaanaa keessa jiruu wallaala itti hinmurtanii ree? Barreessiin qulqulloon, “Nama akkanaa hamaa kana gumii teessan keessaa baasaa” jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoota diida jiran irratti eentu murteessuu na dhoogge? Namoota keessa jiran irratti isin hin murteessitanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoota diida jiran irratti murteessuu eentu na dhoogge? Namoota keessa jiran irratti isin hin murteessitanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tokkummaa Kristaanumma'aatiin ala namoota jiran irratti murteessu'uuf, ani eennuu? Waayee namoota tokkummaa kristaanumma'aa keessa jiranii, isinuu murteessu'uuf ni dandeettanii mitii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra tokkummaa wolde'a kiristaanaa keessa hin jiretti muriis hujii tiyyaa ree? Worra tokkummaa wolde'a kiristaanaa keessan keessa jirutti isin muruu hin dandeettanuu ree?