1 Corinthians 5:4 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa isin maqaa Goottaa Yesuusiitiin wolta dachaatanu anille hunna Goottaa Yesuusiitiin ayyaanaan odduu teessan waan jiruuf,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja isani wolwoldeetani anini lubbu tiyyaani isaniti d'ufu, ka jabeenni Aabbo Yeso nu woliini jiru,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo isan maqaa Aabbo Yesusitiin walitti qabamtan anin hafuura kiyya, ka jabeeni Aabboo Yesusii nu waliin jiruutiin isanitti dhufa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin woliin akkuma waan jiruu ta'ee nama waan kana hojjate irratti maqaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin amma itti murteesseera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo wol geettanitti ani'llee huminna Gooftaa keenna Yesus Kristositiin, hafuuraan jidduu keessantti waan argamuuf,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isin maqaa Goottaa Yesuusiitiin wolitti dachaatanu anille hunna Goottaa Yesuusiitiin ayyaanaan odduu teessan waan jiruuf,