1 Corinthians 6:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami tokko “Wonni marti anaaf eeyyattanteerti” jedhuu dande'a. Wonni marti ammoo bu'aa qaddi jechu'uu moti. Wonni marti anaa eeyyattanteerti, teetuu malee waan maraaf garba te'ee hin bitamu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami toko, Wonti ch'ufti na halaala jed'a; ammo wonti suni ch'ufti isa inqarqaartu. Anini, Wonti ch'ufti na halaala jechu dandaa; ammo aka wonti tokoleeni tisse na tolfatu anini ee injed'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii tokko, “Wantii cuftii naa halaala” jedha; ammoo wantii sun cuftii isa hinqarqaartu. Aninilleen, “Wantii cuftii naa halaala” jechuu danda'a; ammoo wantii tokkolleen tissee na hintolfatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Maruu naa eeyyamameera» maruu ammo hin fayyadu. Maruu naa eeyyamameera; tokkollee na irratti hin mooyu. «Nyaanni gara'aaf, garaanillee nyaataaf»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Maruu naa eeyyamameera» maruu ammoo hin fayyadu. Maruu naa eeyyamameera; tokkollee narratti hin mooyu. «Nyaanni gara'aaf, garaanillee nyaataaf»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Wonitti marrinuu naaf eeyyamamee jira» Garuu wonitti marrinuu ana fayyada jechu'uu miti, wonitti marrinuu naaf eeyyamamee jira, haa ta'u malee waan kamiifuu garbcha ta'ee hin bitamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokko «Wonni marti naaf eeyyatanteerti» jedhuu dande'a. Wonni marti ammoo bu'aa qaddi jechu'uu moti. Wonni marti naa eeyyatanteerti, teetuu malee waan maraaf garba te'ee hin bitamu.