1 Corinthians 6:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi Goottaa du'aa kaaseera; innille hunna ifiitiin du'aa nu hin kaasa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi ka Aabbo duisa keesaa kaase, akasuma nule jabeenna ufitiini kaasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii ka Aabboo du'a keessaa kaase, akkasuma nullee jabeenna ufiitiin du'aa nu kaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin Gooftaa kaase nullee hunna ufiitiin du'aa nu kaasa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbiin Gooftaa kaase nullee hunna ufiitiin nu kaasa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Gooftaa Yesus Kristosiin du'aa kaaseenii jira, nu'llee huminna isaatiin du'aa ni kaasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Goottaa du'aa kaaseera; innille hunna ifiitiin du'aa nu hin kaasa.