1 Corinthians 6:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami Gootta'atti ifi maxxanse ayyaanaan isa woliin tokko te'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami Aabbooti ufi mat'ansu lubbu keesa isaani toko taha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii ammoo Aabbootti ufi maxxansu hafuura keessa isaan takkaa taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka Goofta'aan wol ta'u Ayyaana Goofta'aatiin tokko.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka Goofta'aan wol ta'u Ayyaana Goofta'aatiin tokko.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaa Yesusiin woliin naminni hirmmaatu garuu, isaan woliin Hafuuraan tokko ni ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Gootta'atti ifi maxxanse ayyaanaan isa woliin tokko te'a.