1 Corinthians 6:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nafi keessan galma Ayyaana Woyyicha Waaqi isiniif kennee, ka isin keessa jiraatuu akka te'e hin beettanuu? Yoona isin ka Waaqaa ti malee ka mataa keessaniitii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka nafi keesani mana Lubbu Qulqullo, ta Waaqi isanii kenne, ta isani keesa teetu imbeetani? Nafi keesani keesaniiniti, ammo ka Waaqaati;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka nafii keessan mana hafuura qulqulloo, ka Waaqii isanii kennee, ka isan keessa taa'uu hinbeettanii? Nafii keessan keessaniinitii, ka Waaqaati;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Moo nafa keessan ka Rabbiin irraa fudhattan ka isin irra jiru mana woyyuu Ayyaana Woyyu'uu akka ta'e hin beettanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Moo nafa keessan ka Rabbiin irraa fudhattan ka isin irra jiru mana woyyuu Ayyaana Woyyu'uu akka ta'e hin beettanii? Gati'iin waan bitamtaniirtaniif isin ufiifii miti. Kanaafuu nafa keessaniin Rabbiin kabajjaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qaaminni keessan Waaqa irraa ka fudhattanii fi isin keessa'llee ka jiraatu Mana Waaqeffannaa Hafuura Qulqullu'uu ta'uu isaa ni beekittanii mitii ree? Eegaa isin ka Waaqaati malee ka mataa keessaniitii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nafi keessan galma Ayyaana Woyyicha Waaqi isiniif kennee, ka isin keessa jiraatuu akka te'e hin beettanuu? Yoona isin ka Waaqaa ti malee ka mataa keessaniitii moti.