1 Corinthians 6:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan Waaqaa biyya lafaa irratti akka muru'uu jirtu hin beettanuu? Maarre, biyya lafaa irratti ka murtanu yoo teetane, waan diqqoo akkanaatitti attam muruu dadhaddan?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka gumiini Waaqa lafa qortu imbeetani? Tanaafi yo lafa qortani, woldidiisa didiqa toko qoru indandeetani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka gumiin Waaqaa biyyaa lafaatti murtu hinbeettanii? Duuba isan yo biyya lafaatti murtanii, dubbii didiqqoo tokko qoruu hindandeettanii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woyyoonni akka adunyaa irratti murteessan hin beettanii? Adunyaa irratti uduu murteessitanii waa maraa caalaa diqqoo waan ta'utti murteessuu hin dandeettanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Woyyoonni adunyaa irratti akka murteessan hin bettanii? Adunyaa irratti uduu murteessitanii waa maraa caalaa diqqoo waan ta'uutti murteessuu hin dandeettanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni Waaqaa biyya lafaa irratti akka murteessan hin beekittan moo? eegaa, biyya lafaa irratti ka murteessitan yoo ta'u, waan diqqoo kana irratti murteessuun isin ni dhiba ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Waaqaa biyya lafaa irratti akka muru'uu jirtu hin beettanuu? Maarre, biyya lafaa irratti ka murtanu yoo teetane, waan diqqoo akkanaatitti attam muruu dadhaddan?