1 Corinthians 6:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti ergantoota Waaqaa irratti akka murru hin beettanuu? Irra caalaa waan biyya lafaatitti attam amma muruu dhanna ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka nu waan malaikale qorru imbeetani? Yo akasi taate, nu waan lafa tana hagasi ira qoraaniti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka nu ergamtootaallee murruu hinbeettanii? Yo akkas taate, nu waan lafa tanaa hagas irra murraanitii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan fuudhaa fi heerumaa dhiisa'aatii Maleekkotattuu akka murteessinu hin beettanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan fuudhaa fi herrumaa dhiisa'aatii, Maleekkootattuu akka murteessinu hin beettanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maleyikkootuma irrattuu akka muriteessinu hin beekittan moo? Eegaa wonittoota biyya lafaa kana irratti nu'u caala'atti muriteessuu attamitti hin dandeenne ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti ergantoota Waaqaa irratti akka murru hin beettanuu? Irra caalaa waan biyya lafaatitti attam amma muruu dhanna ree?