1 Corinthians 6:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Egasuu yoo wol dhaddane dubbii teessan worri wolde'a kiristaanaa keessatti hin barbaachinne akka isinii muru attam itti geeffattan ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo wonti akana kunini d'ufte, nama gumiini inulfeesineti geesitani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo wantii akkanaa kunin dhufte, nama gumiin hin ulfeesineetti geesitanii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa waan fuudhaa fi heerumaa manni murti'ii yoo isin barbaachise, worra woldaa Kiristaanaa keessatti tuffataman worra murte'ee gootanii keettanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa waan fuudhaa fi heerumaa manni murti'ii yoo isin barbaachise, worra woldaa Kiristaanaa keessatti tuffataman worra murte'ee gootanii keettanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa ufii keessan yoo wol dhabiddan tokkummaa kristaanumma'aatiin ala worra ta'anii fi namoota tuffataman duranatti, dhimma keessan attamitti dhiyeessitan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eegasuu yoo wol dhaddane dubbii teessan worri wolde'a kiristaanaa keessatti hin barbaachinne akka isinii muru attam itti geeffattan ree?