1 Corinthians 6:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin wol himattanee falmatiisinuu jigiisa keessan mudhitti. Addee san adoo isin yakkantanee hin woyyuu? Akkasuma adoo saamantanee woyyaa motii?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wolhimachaani isani himatani tunini aka isani laaftani haga hanqattani agarsiisa. Yo sila isaniti wollaalaani, ira isani injirtu? Yo sila isani dura woi saamani ira isanii injirtu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Walhimachaan isan wali himattan tunin akka isan laaftanii haga hanqattan agarsiifti; yo silaa daba, isan irratti hojjatan irra isanii hinjirtuu? Yo silaa isan duraa wa saaman irra isanii hinjirtuu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu sirimaa wol mormiin isin keessa jiru hanqinna keessaniin. Uduu ufii yakkamtanii isinii hin woyyuu? Yoo sobamtan isinii hin woyyuu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu sirimaa wol mormiin isin keessa jiru hanqinna keessaniin. Uduu ufii yakkamtanii isinii hin woyuu? Yoo sobamtan isinii hin woyyuu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gonkumaa ufii keessan wol himattanii wol mormmuun mataan isaatuu, isiniif salphinna, kana irra isin uduu miidhamttanii hin woyyuu ree? Akkuma kana isin uduu sobamttanii isinii hin woyyuu ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin wol himattanee falmatiisinuu jigiisa keessan mudhitti. Addee san adoo isin yakkantanee hin woyyuu? Akkasuma adoo saamantanee woyyaa motii?