1 Corinthians 6:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jallaameyyiin Mootummaa Waaqaa akka hin dhaalle hin beettanuu? Hin sobamina'a! Sagaagaltooti yookiin worri waaqota dharaa waaqessu, yookiin gaarayyeffattooti, yookiin dhiirti dhiira bukkoonsitu,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma isani aka worri daba tolchu Finna Waaqa inarganne imbeetani. Ufi insobina! Worri ch'eera foko inqamne, ka waan harkaani boch'ani kad'atu, ka nad'eeni biyya awadatu yokhaani midiisani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan dhuguma akka warrii daba tolchu mootummaa Waaqaa hinarganne hinbeettanii? Ufi hinsobinaa! Warrii ceeraa fokkoo hinqamne, ka waan harkaan bocan kadhatu, ka nadheen biyyaa hawadatu yokaan mittisaan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Moo hammeeyyiin jeennata Rabbii akka hin dhaalle hin beettanii? Hin dogoggorinaa'a. Seebartoota yoo ta'an, yookaan worra waaqa tolfamaa waaqeffatan, yookaan worra seebaran, yookaan dhiira dhiira bira geettu,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Moo hammeeyyiin jeennata Rabbii akka hin dhaalle hin beettanii? Hin dogoggorinaa'a. Seebartoota yoo ta'an yookiin worra waaqa tolfamaa kaddaaman yookiin worra seebaran yookiin dhiira dhiira bira geettu,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hamaaleyyiin Mootummaa Waaqaa akka hin dhaalle ni beekitanii mitii ree? Waan kanaan hin sobaminaa, yookiin Waaqa harkaan hojjatame waaqeffattoonni, yookiin sagaagalttoonni, yookiin worri dhiiraan woliin sagaagalummaa raawwatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jallaameyyiin Mootummaa Waaqaa akka hin dhaalle hin beettanuu? Hin sobamina'a! Sagaagaltooti yookiin worri waaqota dharaa waaqonsu, yookiin gaarayyeffattooti, yookiin dhiirti dhiira bukkoonsitu,