1 Corinthians 7:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Marroo gaaffii gara kiyya barreessitanee dhiirti dubartii adoo fuudhuu dhaddee dansa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma maro waan isani t'aaftani dubbachu fed'a. Nami nad'eeni infuune sila waan dansa ya tolche.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma waan gaafii isan barreesitanii dubbachuu fedha. Namii yo silaa nadheen fuudhu baate dansaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan wonta naa barreessitanii san namaaf dubartii bira gayuu diduun misha'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan wonta naa barreessitanii san namaaf dubartii bira gayuu diduun misha'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee gaafii naa barreessitaniitiif, Naminni dubarttii woliin wol qunnamittii uduu taasisuu dhabaatee misha'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo gaaffii gara kiyya barreessitanee dhiirti dubartii adoo fuudhuu dhaddee dansa'a.