1 Corinthians 7:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni guddoon ajaja Waaqaa eegatiisa malee, haqanqaba qabatiis yookiin qabatuu dhabiis womaayyuu moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qabanqaba qabachafi qubacha d'abi woma keesa injiru, ammo seera Waaqa guutu malani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Seera Waaqaa guutuu malan malee, dhaqaanqabaa qabachuu fi qabachaa dhabuun homaa keessa hinjirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadoomu'uu fi gadoomuu dhabuun duwwa'a. Ajaja Rabbii eegu'u malee.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gadoomu'uuf gadoomuu dhabuun duwwa. Ajaja Rabbii eegu'u malee.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gadoomuu ta'ee fi gadoomuu dhabuun'llee gatii hin qabu, wonitti ijoon ajaja Waaqaa raawwachu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni guddoon ajaja Waaqaa eegatiisa malee, haqanqabaa qabatiis yookiin qabatuu dhabiis womaayyuu moti.