1 Corinthians 7:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sagaagala irraa ifi eegatiisaaf ammoo, dhiirti tokko tokkoonuu niitii ifii qabaattuu ti; dubartiin tokko tokkoonuu dhirsa ifii qabaattuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo maro hameenni guddaani jiruufi, nami ch'ufti niiti ufi qabaachu male, nad'eeni ch'uftileeni d'iirsa ufi qabaachu malte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo marroo hammeennii shaarmuxoomaa guddaan jiruuf, namii cuftii niitii ufii qabaachuu male, nadheen cuftiilleen dhiirsa ufii qabaachuu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo sababaa rakkoo seebaraatiif dhiirti maruu haadha manaa ufii haa qabaatuu. Akkasuma dubartiin martinuu abbaa manaa ufii haa qabaattuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, sababaa rakkoo seebaraatiif dhiirtii martinuu haadha manaa ufii haa qabaatuu. Akkasuma dubartiin martinuu abbaa manaa ufii haa qabaattuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu sagaagalummaa irraa fagaachu'uuf tokkoon tokkoon dhiiraa haadha worraa mataa isaa haa qabaatu, tokkoon tokkoon dubarttii'llee abbaa worraa ka mataa isi'ii haa qabaattu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sagaagala irraa ifi eegatiisaaf ammoo, dhiirti tokko tokkoonuu niitii ifii qabaattuu ti; dubartiin tokko tokkoonuu dhirsa ifii qabaattuu ti.