1 Corinthians 7:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami adoo garba te'eeruu Gootta'aan waamame, Gootta'aan bilisummaa dhaggateera; akkasuma nami adoo bilisa te'eeruu waamame Kiristoosiif garibicha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akasitiifi tisseeni Aabbooni yaame ya balcha taate; akasuma nami balchaani ka Aabbooni yaame tisse isaa taha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkasitiif tisseen Kiristoon yaame ya balchaa taate; akkasumaa namii balchaan Aabboon yaame tisse isaa taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garbicha ta'ee ka Goofta'aan waamame, Goofta'aan bilisa; akkasuma bilisa ta'ee ka waamame garbicha Kirstoosiiti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Garbicha ta'ee Goofta'aan ka waamame, Goofta'aan bilisa; akkasuma bilisa ta'ee ka waamame garbicha Kirstoosiiti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garbicha ta'ee uduu jiru Goofta'aan naminni waamame, Gooftaan bilisummaa argatee jira, akkuma kana bilisa ta'ee uduu jiru naminni waamame, garbicha Kristositi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami adoo garba te'eeruu Gootta'aan waamame, Gootta'aan bilisummaa dhaggateera; akkasuma nami adoo bilisa te'eeruu waamame Kiristoosiif garbicha.