1 Corinthians 7:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi gati'iin waan isin bitateef, garboota namaa hin te'inna'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi gatiini isani bitate; tanaafi tissele nama intahiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii gatiin isan bitatee; tanaaf tisseellee namaa hintahiinaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gati'iin bitamtaniirtan; garbicha namaa hin ta'inaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gati'iin bitamtaniirtan; garbicha namaa hin ta'inaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni gati'iin waan isin biteef garbootaa namaa hin ta'inaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi gati'iin waan isin bitateef, garboota namaa hin te'ina'a.