1 Corinthians 7:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaan amma keessa jirru rakkittuu waan iteetef, nami akkuma jirutti adoo le'e dansaa anatti fakkaatti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo gaargala ammatana lafa jiru herenne sila dansa yo nami ch'ufti akuma amma jiru kana tae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo gaargala amma keessa jirru kana herrennee, namii cuftii yo silaa akkuma amma jiruu kana jiraate dansaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa rakkoo ammaatiif kun mishaa natti fakkaata. Namni akkana ta'e yoo jiraate misha'a
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa rakkoo ammaatiif kun mishaa natti fakkaata. Namni akkana ta'e yoo jiraate misha'a
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroon amma keessa jirru yeroo rakkinnaa waan ta'eef uduu hin fuudhin adda ufii jiraachuun, mishaa natti fakkaata,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaan amma keessa jirru rakkittuu waan iteeteef, nami akkuma jirutti adoo le'e dansaa natti fakkaatti.