1 Corinthians 7:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani akka isin yaaddoo malee leetanu fedha. Nami hin fuudhin waan ittiin Goottaa gammachiisu waan barbaaduuf, yaadi isaa hujii Gootta'aa irratti xiyyeeffata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini isanii woi yaaddani imfed'u. Nami nad'eeni inqamne waan huji Aabbo herega, waan inni Aabbo gammachiisu fed'uufi;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin isanii wa yaaddan hinfedhu. Namii nadheen hinqamne waan Aabboo gammachiisuu fedhuuf, waan hujii Aabboo herrega;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo akka yaada malee jiraattan jaaladha. Ka hin fuune, Gooftaa attamitti akka gammachiisu waan Goofta'aa yaada.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo yaada malee akka jiraattan jaaladha. Ka hin fuune, Gooftaa attamitti akka gammachiisu waan Goofta'aa yaada.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf yaada kamiinuu uduu hin sarddamin akka jiraattaniif ni jaaladha, haadha worraa ka hin fuudhin Gooftaan waan ittiin gammadu waan barbaaduuf yaanni isaa ka xiyyeeffatu, hujii Gooftaa laalu irratti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka isin yaaddoo malee leetanu fedha. Nami hin fuudhin waan ittiin Goottaa gammachiisu waan barbaaduuf, yaadi isaa hujii Gootta'aa irratti xiyyeeffata.