1 Corinthians 7:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami fuudhe ammoo, niitii ifii gammachiisiisaa waan barbaaduuf, yaadi isaa waan biyya lafaatiif haajama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo nami niiti qabu waan lafaa herega maro inni niiti ufi gammachiisu fed'uufi;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
namii niitii qabu ammoo marroo niitii ufii gammachiisuu fedhuuf waan lafaa herrega;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka fuudhe ammo attamitti akka haadha manaa ufii gammachiisu waan adunyaa tanaa yaada. Yaanni isaallee qoodameera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka fuudhe ammoo haadha manaa ufii attamitti akka gammachiisu waan adunyaa tanaa yaada. Yaanni isaallee qoodameera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni haadha worraa fuudhe garuu ka yaadu waayee biyya lafa kanaatii fi waayee waan haadha worraa isaa ittiin gammachiisuuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami fuudhe ammoo, niitii ifii gammachiisiisaa waan barbaaduuf, yaadi isaa waan biyya lafaatiif haajama.