1 Corinthians 7:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami tokko ammoo, gadhaa kutatee, wonni isa dirqansiisu yoo hin jiraatin, halchaa ifiille towatiisa dande'ee, durrittii kadhateeru san fuudhuu dhabiisaaf yoo murteeffate dansaa godhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo namichi, ka nami tokoleeni ind'owiini, intala fuud'u dide; yo inni d'araa nafa ufi d'owu dandae, waan tolchu malani garaa ufi keesati kutate, yo fuud'u didele womaniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii, ammoo yo ka namii tokkolleen hindhowwin, intala fuudhuu didee, yo dharraa nafa ufii dhowwuu danda'ee waan tolchuu malan garaa ufii keessaatti kutatee, yo fuudhu dideellee homaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu hin raafamne yoo kutate ammo waan isa giddisiisu hin qabu; waan jaalate akka godhu eeyyamameeraaf, ta qaadhimate san fuudhuu dhiisu'uuf yoo murteeffate mishaa godhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu hin raafamne yoo kutaate ammoo waan isa giddisiisu hin qabu; waan jaalate akka godhu eeyyamameeraaf, ta qaadhimate san fuudhuu dhiisu'uuf yoo murteeffate mishaa godhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu naminni tokko onnee isaa titti yoo cimee fi wonitti dirqisiisaan yoo ka itti hin jiraannee, fedha isaa toowachuu yoo danda'ee fi qaadhimaa isaa fuudhuu dhiisu'uuf yoo murtteesse, mishaa raawwate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokko ammoo, gadhaa kutatee, wonni isa dirqansiisu yoo hin jiraatin, halchaa ifiille toowatiisa dande'ee, durrittii kadhateeru san fuudhuu dhabiisaaf yoo murteeffate dansaa godhe.