1 Corinthians 7:38 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre nami fuudhu dansaa godha; ka hin fuune ammoo san caalaa dansaa godha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi nami intala suni fuud'u waan fullaa tolcha, ammo ka fuud'u didu waan hagasi ira qajeela tolcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf namii intala sun fuudhu waan fulaa tolcha, ammoo ka fuudhu didu waan hagasii irra qajeelaa tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma ka durba duudaa fuudhe waan mishaa godhe; ka hin fuunellee ka caalu godhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma durba duudaa ka fuudhe waan mishaa godhe; ka hin fuunellee ka caalu godhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf haadha worraa ka fuudhu mishaa ni taasisa, ka hin fuune garuu waan fooyyayaa ni raawwata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre nami fuudhu dansaa godha; ka hin fuune ammoo san caalaa dansaa godha.