1 Corinthians 7:40 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka yaada kiyyaatitti adoo hin heerumin yoo teette, irra caalaa gammadaan leeti. Anille Ayyaana Waaqaa qaba jedhee heda.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo sila ira isii jirti, yo isiini d'iirsa male teete. Wonti anini heregu tana, anileeni waan Lubbu Waaqaa qabu ufi seha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo silaa yo dhiirsa malee teette irra isii jirti. Wantii anin herregu tana, anilleen waan hafuura Waaqaa qabuu ufi seeha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka gorsa kiyyaatitti ammo akkuma jirtutti uduu teettee gammachuu qabdi; anillee waan Ayyaana Rabbii uf keessaa qabu seeya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka gorsa kiyyaatitti ammoo akkuma jirtutti uduu teettee gammachuu qabdi, anillee waan Ayyaana Rabbii uf keessaa qabu seeya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Iaalicha kiyyaan garuu abbaa worraa titti uduu hin heerumin adda isi'ii uduu taatee caala'atti gammaddee ni jiraatti, ani'llee Hafuurri Waaqaa kana naan jedhe natti fakkaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka yaada kiyyaatitti adoo hin heerumin yoo teette, irra caalaa gammadaan leeti. Anille Ayyaana Waaqaa qaba jedhee heda.