1 Corinthians 7:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Amma worri hin fuudhinii fi hin heerumin, akkasuma haadhotiin hiyyeessaa akka kiyya fuudhaa fi heeruma malee adoo jiraatane dansa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini amma waan kana maro worra nad'eeni inqamnetiifi nad'eeni d'iirsa inqamnee jed'a: sila yo akuma kiyya koba taani ira dansa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin amma waan kana marroo warra nadheen hinfuudhinitii fi nadheen dhiirsotii irraa dhumatteef jedha; silaa yo akkuma kiyya kophaa taan irra dansaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma worra hin fuunee fi worra hin heerumnee akkasuma haadha hiyyeessaa akka kiyya fuudhaa fi heeruma malee uduu taa'anii misha'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma worra hin fuunnee fi hin heerumnee akkasuma haadha hiyyeessaa akka kiyya fuudhaa fi heeruma malee uduu taa'anii misha'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Worra hin fuudhinii fi akkuma kana dubarttoota abbaan worraa isaanii irraa du'aniif'llee ka jedhu akkana, uduu hin heerumin akka kiyya ta'anii uduu jiraatanii misha'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma worri hin fuudhinii fi hin heerumin, akkasuma haadhotiin hiyyeessaa akka kiyya fuudhaa fi heeruma malee adoo jiraatane dansa'a.