1 Corinthians 7:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ifi qabatiisa yoo dadhabane ammoo, addee halchaa fooniitin gubatanu fuudhuu woyya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo dandaani ufi ind'owarre yo fuud'ani ira dansa, fulla d'araa hamtuuni gubatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo yo danda'aanii ufi hindhowaree, fulaa dharraa hamtuun gubatan yo fuudhan irra dansaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo dharra'aan gubachuu irra fuudhu'uu fi heerumuu woyya. Yoo uf qabuu dadhaban haa heerumanii; yookaan haa fuudhanii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo dharra'aan gubachuu irra fuudhu'uu fi heerumuu woyya. Uf qabuu yoo dadhaban haa heerumaanii yookiin haa fuudhanii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu hawwii fooniitiin gubachuu irra fuudhuun waan ka woyyaa qabu, mataa isaanii toowachuu yoo dadhaban haa fuudhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ifi qabatiisa yoo dadhabane ammoo, addee halchaa fooniitiin gubatanu fuudhuu woyya.