1 Corinthians 8:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Karaa kanaan kiristaana dhibii yakkiisaa fi wodanaa isaanii dadhaba madeessiisaan Kiristoos yakkitan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara kanaani Kristoti dabdani waan oboleyaani teesani ta qalbi laaftu qabduti dabdanifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Karaa kanaan obboleeyyaan teessan ta qalbii laaftuu qabduutti cubbamtaniif, Kiristoolleetti cubbamtan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu obboleeyyan yakka'aa; sammuu isaanii dadhabaa madeessa'aa, Kiristoosiin yakkitan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu obboleeyyan yakka'aa; sammuu isaanii dadhabaa madeessa'aa, Kiristoosiin yakkitan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haala kanaan obboleeyyan keessan ka kristaanaa miidhu'uu fi sammuu isaanii dadhabaa'llee madeessu'uun, Kristosiin ni miitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa kanaan kiristaana dhibii yakkiisaa fi wodanaa isaanii dadhaba madeessiisaan Kiristoos yakkitan.