1 Corinthians 8:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf wonni ani nyaadhu obboleessa kiyya ta gufaachiittu yoo teete, isa akka hin gufachiinneef jedhee ijjuumaa foon hin nyaadhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo sagaleeni anini nyaad'u oboleesa kiyya gufachiifte, anini ituma deebie inyaad'u, aka oboleesa kiyya ingufanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo sagaleen anin nyaadhu obboleessa kiyya gufachiiftee, anin akka obboleessa kiya hingufachiimne ittuma deebi'ee hin yaadu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu yoo nyaanni ka obbooleessa kiyya gufachiisu ta'e, obboleessa kiyya akka hin gufachiifne sirimaa baraa haga bara baraatitti foon hin nyaadhu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu nyaanni yoo obbooleessa kiyya ka gufachiisu ta'e, obboleessa kiyya akka hin gufachiifne sirimaa baraa haga bara baraatiiti foon hin nyaadhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf nyaanni obboleessa kiyya ka kristaanaa ka gufachiisuun yoo ta'e, obboleessa kiyya akka hin gufachiifnneef gonkumaa foon hin nyaadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf wonni ani nyaadhu obboleessa kiyya ta gufaachiittu yoo teete, isa akka hin gufachiinneef jedhee ijjumaa foon hin nyaadhu.