1 Corinthians 8:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre, marroo horii waaqota dharaatiif qalame nyaatiisaa yoo teete, waaqi dharaa dhugumaan jireenna akka hin qanne, akkasuma Waaqa tokkocha malee ka dhibiin akka hin jirre hin beenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi amma waan sagale waan harkaani boch'ani baasani: nu imbeenna aka wonti harkaani boch'ani suni fakeenna waan injirre; ammalle nu imbeenna aka Waaqi toko ch'allaani jiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf amma waan sagalee waan harkaan bocanii baasanii, akka wantii harkaan bocan sun fakkeenna waan hinjirree; ammallee akka Waaqii tokko callaan jiru nu inbeenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa foon waaqa tolfama'aa kenname nyaachuun, waandhi tolfamaan maruu adunyaa kana irratti duwwaa akka ta'ee fi Waaqa tokkicha malee Waandhi biraa akka hin jirre hin beenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa waan foon waaqa tolfama'aa kenname nyaachuun, waandhi tolfamaan maruu adunyaa kanarratti duwwaa akka ta'eef, Waaqa tokkicha malee, Waandhi biraa akka hin jirre hin beenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf foon Waaqa harkaan hojjatameef qalame waayee nyaachu'uu yoo taate, Waaqinni harkaan hojjatame lubbuu ka hin qabnne akka ta'ee fi Waaqa tokko malee Waaqinni bira'aa akka hin jirre ni beekinna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre, marroo horii waaqota dharaatiif qalame nyaatiisaa yoo teete, waaqi dharaa dhugumaan jireenna akka hin qanne, akkasuma Waaqa tokkocha malee ka dhibiin akka hin jirre hin beenna.