1 Corinthians 8:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
nu'uuf ammoo Waaqa tokkocha calla'aatti jira. Inni Waaqa Abbaa wonni duuchiin isaan dadantee fi nuutille isaaf jiraannu; akkasuma Goottaan, Yesuus Kiristoos calla'a. Inni ka wonni duudiin karaa isaatiin dadantee fi ka nuuti karaa isaatiin jiraannu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nu Waaqa toko ch'alla beena; inni Abba, ka waan ch'ufa uume, nu isaafi jiraanna; ammalle Aabbo toko ch'allati jira, Yeso Kristo, ka wonti ch'ufti isaani uumamte, nuleeni isaani jirru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
nu Waaqaa tokko callaa beenna; innii Abbaa, ka waan cufaa uume, nu isaafjiraanna; ammallee Aabboo tokoo callaatti jira, inniilleen Yesus Kiristoo, ka wantii cuftii isaan uumamtee, nulleen isaan jirra.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nuuf wonti martinuu isa irraa nuu ta'e; nullee ka isaa ka taane Waaqa Waaqeffamaa Aabbaa tokkocha qabna. Wonti maruu karaa isaatiin ta'e, nullee worri ka isaa taane Gooftaa tokkocha Yesuus Kiristoosiin qabna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nuuf wonti martinuu isa irraa nuu ta'e, nullee ka isaa ka taane Waaqa kaddaamamaa Aabbaa tokkicha qabna. Wonti maruu karaa isaatiin ta'e, nullee worri ka isaa taane Gooftaa tokkicha Yesuus Kiristoosiin qabna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni keenna garuu uumaa waan maraatii fi nu'llee ka isaa worri taane Waaqa Abbaa tokko qofa, akkuma kana wonitti marrinuu ka isaan uumamee fi nu'llee ka isaan jiraannu, Gooftaan tokkochi Yesus Kristosiin qofa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
nu'uuf ammoo Waaqa tokkocha calla'atti jira. Inni Waaqa Abbaa wonni duuchiin isaan dadantee fi nuutille isaaf jiraannu; akkasuma Goottaan, Yesuus Kiristoos calla'a. Inni ka wonni duudiin karaa isaatiin dadantee fi ka nuuti karaa isaatiin jiraannu.