1 Corinthians 8:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Bilisummaan teessan tun ammoo, worra dhugeeffanna'aan hin jabaatiiniif gufuu akka hin teene ifi eegadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ufi eegad'a, aka yo waan feetani tolchitani worra d'ugefacha didiqo kaani ingufachiimne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo akka yo waan feetan tolchitan warra dhugeeffachaa didiqqoo kaan hinguffachiimne ufi eegadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo, bilisa ta'uun keessan dadhabdootatti akka gufuu hin taane uf eegaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, mirgii keessan dadhabdootatti gufuu akka hin taane uf eegaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee bilisummaan keessan kun amanti'iin namoota hin jabaatniif gufannaa akka isaanitti hin taaneef, ufi eeggadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bilisummaan teessan tun ammoo, worra dhugeeffanna'aan hin jabaatiniif gufuu akka hin teene ifi eegadha'a.