1 Corinthians 9:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi marroo teennaafii motii tana jedhe ree? Nami lafa qotuu fi nami midhaan dhowu qooda midhaanii dhaggadha jedhee akkuma addii godhatu, dhugumaan wonni kun marroo teennaaf barreeffante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana inni nu imbaane? Waan kana nuufi t'aafani! Nama qotufi ka muruleeni abdi mid'aani argachaatiini hojachu male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana innii nu hinbaannee? Waan kana nuufii barreessan! Namii qotuu fi ka muruulleen abdii midhaan argachaatiin hojjachuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka kana jedha'aaru sirima waan keennaafii mitii? ka qotu abdi'iin akka qotu, qotiyyoon qotullee ka qote irraa akka nyaatu kun maruu qooda midhaanii akka argatu abdata'aa haa hojjatuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
ka Kana jedha'aaru sirima waan keennaafii mitii? ka qotu abdi'iin akka qotu, sangaan qotullee ka qote irraa akka nyaatu kun maruu qooda midhaanii akka argatu abdata'aa haa hojjatuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni kana ka jedhe nu'uuf yaadu'uunii mitii ree? qotee bulaan qotu abddi'iin akka qotuuf, ka ayiidu'llee abddi'iin akka ayiiduuf, bifa kanaan marrinuu gayee ufii akka argatu kun ka barreeffame, dhugamaanuu waayee keennaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi marroo teennaafii motii tana jedhe ree? Nami lafa qotuu fi nami midhaan dhowu qooda midhaanii dhaggadha jedhee akkuma addii godhatu, dhugumaan wonni kun marroo teennaaf barreeffante.