1 Corinthians 9:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti waan jireenna ayyaanaatiif barbaachisu isinii facaannee, waan jireenna fooniitiif barbaachisu isin irraa yoo haammanne waan guddo'oo ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu ya mid'aani lubbuu jiddu teesaniti oobrine. Yo woi isani ira fud'anne isani dabsina?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu yo midhaan jireenna hafuuraatii barbaachisaa jidduu teessaniitti oobrinee, waan jireenna foonitii barbaachisaa isan irraa fudhannee isan dabsinee?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu waan jireenna Ayyaanaa yoo isinii facaafne, waan jireenna fooniitiif ta'u isin irraa yoo arganne waan gudda'aa?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu waan jireenna Ayyaanaa yoo isinii facaafne, waan jireenna fooniitiif ta'u isin irraa yoo arganne waan gudda'aa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u waan hafuurawaa ka isiniif facaafnne yoo ta'e, eebba keessan ka foonii yoo haaminne waan guddaa ta'uu isaatii moo?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti waan jireenna ayyaanaatiif barbaachisu isinii facaannee, waan jireenna fooniitiif barbaachisu isin irraa yoo haammanne waan guddo'oo ree?