1 Corinthians 9:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri Galma Waaqaa keessa tajaajilu sagalee ifii Galma Waaqaa keessaa akka dhaggatuu fi worri addee ciinca'aatitti ciincaa dhikeessu qooda ciinc'aa akka dhaggatu hin beettanuu ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma isani aka worri Mana Waaqa keesa hojatu sagale ufi achi argatu imbeetani. Ammalle aka worri sorio qalu qooda fooni sorio qabu imbeetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugumaa isan akka warrii mana Waaqaa keessa hojjatu sagalee ufii achii argatu inbeettan. Ammallee akka warrii sooriyoo qalu qooda foon sooriyoo qabu inbeettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri mana woyyuu keessa tajaajilan hurbaataa ufii akka mana woyyuu irraa argatan worri mi'a kenna'aatitti kennaa dhiyeessan akka qooda kenna'aa argatan hin beettanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri mana woyyuu keessa tajaajilan hurbaataa ufii mana woyyuu irraa akka argatan worri mi'a kenna'aatitti kennaa dhiyeessan akka qooda kenna'aa argatan hin beettanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mana Waaqeffanna'aa keessatti worri tajaajilan nyaata isaanii Mana Waaqeffanna'aatii akka argatanii fi furdda irratti ciinccaa ka dhiyeessanii fi ka tajaajilan, ciinccaa irraa qoodamanii akka nyaatan, ni beekitanii mitii ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Galma Waaqaa keessa tajaajilu sagalee ifii Galma Waaqaa keessaa akka dhaggatuu fi worri addee ciinca'aatitti ciincaa dhikeessu qooda ciinca'aa akka dhaggatu hin beettanuu ree?