1 Corinthians 9:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Oduu Gammadaa waan odeesseef ifi jajuu hin qabu. Kana godhuun anaaf dirqama; Oduu Gammadaa yoo lallabuu dhabe anaaf aanne'e!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini maro Odu Dansa odeesuufi ufi guddisu himmalle. Yo d'uga dubbanne, dandae odeesu indidu. Sila guddo na hamtu yo anini Odu Dansa inodeesiini!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin marroo oduu dansaa himuuf ufi guddisuu himalle; yo dhugaa dubbannee, anin danda'ee himuu hindidu; yo anin oduu dansaa himuu baadhe silaa guddoo naa hamtuu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo Dubbii Nagayaa lallabe waan ittiin uf jaju hin qabu. Kana wonti godhuuf waan giddii kiyya ta'eef; yoo Dubbii Nagayaa hin lallabne naa aanne'e!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo Oduu Nagayaa lallabe waan ittiin ufi jaju hin qabu. Kana wonti godhuuf waan giddii kiyya ta'eef, Oduu Nagayaa yoo hin lallabne naa aanne'e!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wongeela barsiisuun dirqqama kiyya waan ta'eef, waan ittiin dhaadadhuu miti, gonkumaa wongeela barsiisuu dhabaadhe, hayi uunishaa kiyya!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Oduu Gammadaa waan odeesseef ifi jajuu hin qabu. Kana godhuun naaf dirqama; Oduu Gammadaa yoo lallabuu dhabe naaf aanne'e!